About this course
Baga nagaan gara barnoota Digital Literacy dhuftan. Barnoota kana keessatti barnoota waa'ee hubannoo keenya dijitaalaa qabnu gabbisan keessaa argattu!
Comments (31)
ani barnota digital kuni bayyee namatii tola
Nagaan Isiniif haa ta'u !
Baga nagaan nu egdaan
bagaa nagaan nu egdanii jajjaabee keenyaa
Dhufneerra
Jirra jirtuu Maatiin Afrilearns itti dabalamneerra.
Akkam Jirtu Maatiin Afrilearn!
Nus Siniitti Dabalaamneerra❤
Matii Afrilearn ttii dabalameeraa.
Bagaa nagaadhan isiin illee nu egdaan.
baga nagaan dhuftan
Ilma nama fi Technology baayyee namattii Tola.dhugumaattii itti fufa.
We learning afrileani kuni ergaan barnoota dabarsuu osoo nuqaqabee bay'ee nammatii tolaa akkata dubidufi numijatuti osoo nuqipheditani galatomaa jabadha
Akkam naga jirtu. Baga jiraannee jiraatannis jechaa qorumsa qoramuuf jedhee nadide maaliifi
I want the certeficate how I can get it I passed the exam
He says only comment write no any other information so we have no full ability.
Iddoon hojii gaaha ta.ee tokko otto nu.if keename nutis halaa barreeda ta.een hojjechuu dandeenyaaturee garuu sun hin jiruu maliif. ??
We learned afrilearn course is very important for the world by knowledge so,we can continue by this side
Barachuunilee garriidha asirraa wayyuu hin jiruu malee
Jaarraa afaan compiitara(programming language)'n addunyaan sochootu keessa waan jiruuf sirritti qara'aa of qopheessa maatii Afrilearns!
still there is no thing released about the course
Coorsi issaa argachu hi dandenye
Yoo ta'ef barnoota gaaridha
Ergaan barnoota dabarsu osoo nu qaqqabee baay'ee namatti tola. Jabaadhaa!
Ok we will see
Tole mee yaa ilaallu haala isaa
Barnotaa kanaa halaan hordofuun qormataaf of qophessun hin barbachisadhaa
Baga nagaan dhuftan Baga nagaan dhufne Jecha.
Information barbachiiso guutamu qabani karaa bilbila ta'e akkasumas barreeffaman waan ifa utuu nuuf ta'e gaariidha.
Jabaatanii hojjennan wanti hin taane hin jiru
Hayyee,baayyee gaariidha jabaannee itti haa hojjennu!
hayyee wali galle...walii galan alaa galan jedha oromoon...
Dowland godhi kan jedhu sun akkamidha?
Barannoo kana keessatti maalummaa fi seenaa koompiitaraa maal akka fakkaatu wajjiin ilaalla.
Labata/Dhaloota koompiitaraa kan jedhaman maal fa'aadha?
Gosoota koompiitara kan jedhaman maal maaliidha? Ulaagaa kam kamiin qoqqoodamu
Akkam naga jirtu maatiin afrilearns barnoonni akkamii qophiin qorumsa hoo akkam mee? Jabadhaa jabeessa yaa ummata qaaliiwwan koo